no image no second image no Third image no forth image no Fifth image

Korporeeshiniin Ijaarsa Oromiyaa Warshaa Simmintoo Darbaa waliin waliigaltee walmallatteesse.

2024-07-18 13:06:28

OCC Adoolessa 11, 2016 – Korporeeshiniin Ijaarsa Oromiyaa Warshaa Simmintoo Darbaa waliin waliigaltee walmallatteesse. Korporeeshiniin Ijaarsa Oromiyaa bakka Ministirri Ministeera Jallisiif Naannawaa Gammoojjii Mootommaa F.D.R.I Kabajamoo Dr. Abirhaam Balay argamanitti  Warshaa Simmintoo Darbaa waliin waliigaltee walmallatteesse. Korporeeshinichi Ministeera Jallisiif Naannawaa Gammoojjii waliin waliigaltee taasisuun pirojektoota  ijaaraa jiruu yeroo ta'eef keessatti qulqullinaan ijaaree xumuruu akka isa dandeessisuuf, dhiyeessii simintoo isa barbaachusu gara fuula duraa osoo addaan hin cinne itti fufiinsaan argachuu akka danda’uu Warshaa Simintoo Darbaa waliin waliigaltee  dhiyeessii mallatteessee jira.   Korporeeshinii Ijaarsa Oromiyaa bakka bu'uun Hojii Raawwachiisaa Ol'aanaa Korporeeshinichaa Injinar Ashannaaffii Dhaabaa kan  mallatteessanii yommuu ta'u, Warshaa Simintoo Darbaa bakka bu'uun Hojii Rawwachiisaa Ol'aanaan Warshichaa Injinar Haayilee Asegidee mallatteessaniiru. የኦሮሚያ ኮንስትራክሽን ኮርፖሬሽን  ከደርባ ሲሚንቶ ፋብሪካ ጋር ተፈራረመ፡፡ የኦሮሚያ ኮንስትራክሽን ኮርፖሬሽን የኢ.ፌ.ዲ.ሪ የመስኖና ቆላማ አካባቢ ሚኒስቴር ሚኒስትር የተከበሩ ዶክተር አብርሃም በላይ በተገኙበት ከደርባ ሲሚንቶ ፋብሪካ ጋር ተፈራረመ ፡፡ ኮርፖሬሽኑ ከመስኖን ቆላማ አካባቢ ሚኒስቴር ጋር ውል ገብቶ ለሚገነባቸው ፕሮጀክቶች በተያዘላቸው ጊዜ እናጥራት ማጠናቀቅ እንዲያስችለው የሚያስፈልገውን የሲሚኒቶ አቅርቦት በቀጣይነት ሳይቆራረጥ ማግኘት ያስችለው ዘንድ ከደርባ ሲሚንቶ ፋብሪካ ጋር የአቅርቦት ውል ስምምነት ተፈራርሟል ፡፡ የኦሮሚያ ኮንስትራክሽን ኮርፖሬሽንን በመወከል ኢንጂነር አሸናፊ ዳባ የኮርፖሬሽኑ ዋና ሥራ አስፈፃሚ የፈረሙ ሲሆን ደርባ ሲሚንቶ ፋብሪካን በመወከል ደግሞ የደርባ ሲሚንቶ ፋብሪካ ሥራ አስፈጻሚ ኢንጂነር ኃይሌ አሰግዴ ፈርመዋል ፡፡ Oromia Construction Corporation signed with Derba Cement Factory. Oromia Construction Corporation signed a contract with Derba Cement Factory in the presence of Honorable Dr. Abraham Belay, Minister of Irrigation and Lowland  of EFDR. The Corporation has signed a supply contract agreement with Derba Cement Factory in order to enable continuous uninterrupted supply of cement for the projects it is building on schedule. On behalf of Oromia Construction Corporation, Engineer Ashenafi Daba, (CEO) signed, and on behalf of Derba Cement Factory, Engineer Haile Asegde, CEO of Derba Cement Factory, signed.